Seenaa Ummata Oromoo Pdf
2/4/2019by admin
- Seenaa Ummata Oromoo Pdf
- Seenaa Oromoo Wallaggaa
- Walaloo Barreeffamaa Kan Afaan Oromoo

SEENAA GOOTICHA OROMOO ELEMOO QILXUU kutaa 4ffaa. Qabsaawonni 36-n, seenaa qabsoo bilisummaa ummata Oromiyaa keessatti Qeeyroo. Kitaaba Afaan Oromoo Kitaabi haaraan mata dureen isaa “Kudhaama Seenaa” jedhamuu fi kan seenaa, aadaa fi amantii oromoo ibse maxxanfamee ba’ee jira.
Seenaa Ummata Oromoo Pdf

Seenaa Oromoo Wallaggaa

Walaloo Barreeffamaa Kan Afaan Oromoo
Kitaabni Seenaa Oromoo bara 1570-1860 keessaa ibsu tokko kana dura kan Dr. Mohammed Hassaniin Afaan Ingliffaan barreeffame Maxxanfamee ture. Kitaabni kun waggoota 20 booda fooyya’uun Afaan Oromootti hiikamee mana maxxansaa Oromiyaatti maxxanfamee gabaa irra oolee jira. Kitaaba kana gara Afaan Oromootti kan hiikan biyya Canada Vaankooveriin kan jiraatan Obbo Daawit Likkaasaa Bulchaa ti. Kitaaba kana ijoo dubbii irraa utuu hin maqin toora utuu hin lakkisin dhaamsa yaada dhiyaatee bifa laafaa dhaan dhiyeessuuf kan yaalan ta’uu dubbatu Obbo Daawit. Loqoda naannoo Oromiyaa keessa jiruun wal simsiisuuf kan na gargaare jedhan obbo Daawit, biyya Oromoo irra jireessa keessa jiraadheera gara kaan immoo dhaawwaddheera.